Maqaa Kanke

Song

Maqaa Kanke

Halkano Denge · 1 play

african folk, spiritual chant, emotional vocals, rhythmic, traditional, communal prayer

Lyrics

Verse

Dukana kesaa nafutee,gara ifatii nabastee

Bola dua kesaa nafutee,namaa jirataa nagotee

Anin tanaf alkani guya maqaa kanke jajadaa,bara kiyaa chufaa kesati maqaa kanketi sagatha

Verse

Karaa jirenya fagesitee nagarsiftee,

Harkaa kiyaa qabdee baka gudaa nagesitee

Abdin jirenyaa kiyaa kana siuma

Maqaa kankee nan waama aga hundumaa

Chorus

Maqaa kanke gibii jabadaa,

Gachana kiyaa kaa nara dowuu dinaa

Harkaa kanketii kesaa nadufee jirenyi

Harkaa kanketii kesaa nadufee jirenyi

Verse

Ifaa ketinii dukani baqateraa

Gamachuu kee gola kiyaa guteraa

Humnaa ketini dina kiya moaderaa

Moicha ketini hundumaa ceeraa

Verse

Galati kee afaan kiyaa iraa indumuu,

Hojini kee dinqiidaa namni indhumanuu

Maqaa kanke ginbii jabadaa

Remix this song

Maqaa Kanke

More songs

View all